Acts 27:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Halkan edaa ergamaan Waaqaa ka Waaqa ani ka isaa te'ee fi ka ani waaqonfadhuu, ana bira dhaabbatee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Edda malaikaani Waaqa kiyya, ka anini kad'ad'u, na bira ejatte
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eda ergamaan Waaqaa kiyyaa, ka anin kadhadhuu, na bira ejjee
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkan edaa Maleekkaan Waaqaa ka ani ka isaa ta'ee fi ka ani waaqeffadhuu na bira dhaabatee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Halkan edaa Maleekkaan Waaqaa ka Waaqa ani ka isaa ta'ee fi ka ani kaddaamuu na bira dhaabatee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Halkan dabrre ka isaa ka ta'e Waaqinni ani sagaduuf, maleyikkaan erge ana bira dhaabatee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan edaa ergamaan Waaqaa ka Waaqa ani ka isaa te'ee fi ka ani waaqonfadhuu, na bira dhaabbatee,