Acts 27:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
‘Phawuloos, hin sodaatin! Ati Mootii Mootota Rooma'aa dura dhaabbatuu qadda. Waaqille lubbuu worra si woliin jiruu duudii, si'iif jedhee du'a irraa hin hambura’ jedhee anatti himeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan naani jette, Paulo, insodaatini, atini Kaisari dura ejachu malte; ammalle ilaali, Waaqi nama si woliini yau kana ch'ufa ya sii kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Phaawulos, hinsodaatin! Atin Qiisaar dura ejjachuu malte; ammallee laali, Waaqii warra si waliin yaa'u kana cufaa ya sii jedhee baassee” naan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Phaawuloos! hin sodaatin! Qeesaariin afoo hin dhaabatta. Rabbi kunoo namoota si woliin deeman maraa sii kenneeraa› naan jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Phaawuloos, hin sodaatin! Qeesaariin afoo hin dhaabatta. Rabbi kunoo namoota sii woliin deeman maraa sii keenneeraa› naan jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Yaa Phaawulos! Nugusa Roomaa durana dhaabachuu si barbaachisa! Kunoo, worra si woliin deeman mara'llee, Waaqinni siif jedhee du'aa isaan baasa› jedhee natti dubbatee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Phawuloos, hin sodaatin! Ati Mootii Mootota Rooma'aa dura dhaabbatuu qadda. Waaqille lubbuu worra si woliin jiruu duudii, si'iif jedhee du'a irraa hin hambura› jedhee natti himeera.