Acts 27:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf, jarana jabaadha'a! Akkuma inni anatti hime akka teetu ani Waaqatti hin addadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi, d'iiro, garaa jabaad'a! Anini ya Waaqa d'ugefad'e, aka wonti nati himani kuni taatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf dhiiroo garaa jabaadhaa! Akka wantii natti himan kunin taatu, anin ya Waaqaa dhugeeffadhee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin namoota kiyya jabaadhaa'a; akkuma natti dubbate akkasuma akka ta'u Rabbiin waan amanuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu isin namoota kiyya jabaadhaa'a akkuma natti dubbate akkasuma akka ta'u Rabbiin waan amanuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf isin yaa namoota jabaadhaa! Waaqinni kana ka natti hime guutumaa fi guututti, akka raawwatu ni amanaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, jarana jabaadha'a! Akkuma inni natti hime akka teetu ani Waaqatti hin addadha.