Acts 27:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee, bubbe'een oofannee, oddoola tokko irratti gatamuu hin oollu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule lafa jiddu galaana keesa jirtu toko keesati nu gatu malani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatuulee lafa jidduu galaanaa keessa jirtu tokko keessatti nu harcaasuu malan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo gara lafa bisaaniin marfamtee gayuu nu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo gara lafa bisaaniin marfamtee gawuu nu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ta'u'llee bubbeen gara daangaa eddoolaa tokkoo fidee nu ni gata» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, bubbe'een oofannee, oddoola tokko irratti gatamuu hin oollu» jedhe.