Acts 27:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hoboloon guddittiin rassaa dhootti jedhanee sodaatanee, sibiila ulfaataa afur, hoboloo guddittii duubaan abbaayaa guddittii keessa gad buusanee, akka latti bariituuf daadimatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan nu d'akha d'oomnu sehe, sibiila afuri gama dudduubatiini buusani, lafati qabani, aka lafti bariitu kad'atani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waan nu dhakaa dhoomnu sehee, sibiila afurii gama dudda duubaatiin hoboloo keessaa galaanaatti gad dadarbatee, akka laftii bariitu kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara hulee dhagaa qabuu akka hin kufne sodaatanii markaba duubaan sibiila ulfaataa gad buusanii uduu guyyaa ta'ee jedhanii hawwan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara hulee dhagaa qabuu akka hin kufne sodaatanii markaba duubaan sibiila ulfaataa gad buusanii uduu guyyaa ta'ee jedhanii hawwan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dooniin keenna dhagaa garba ciisaa bira jiruun akka wolitti hin buuneef sodaatanii, doonii gara duubaatiin xiribboota afur gara garba ciisaa ni buusan, kanaan duubatti halkan dabrre guyyaan akka isaanii dhufuuf, ni kadhatan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hoboloon guddittiin rassaa dhootti jedhanee sodaatanee, sibiila ulfaataa afur, hoboloo guddittii duubaan abbaayaa keessa gad buusanee, akka latti bariituuf daadimatane.