Acts 27:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos ammoo ajajaa dhibbaatii fi loltootaan, “Worri kun hoboloo guddittii irra yoo turuu dhabe, isin hafuu hin dandeettanu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni waan gudda askartitiifi askartiini jed'e, Yo worri kunini hobolo keesa tae male, isani bahu indandeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phaawulos guddaa warra waraanaatii fi warra waraanaalleen, “Yo warrii kunin hoboloo keessa tataa'ee malee, isan ba'uu hindandeettan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloos ajajaa loltuu dhibbaatii fi loltootaan, «Kunniin markaba keessa yoo hin turre, isin hafuu hin dandeettan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos ajajaa loltuu dhibbaatii fi loltootaan, «Kunniin markaba keessa yoo hin turre, isin hafuu hin dandeettan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti Phaawulos ajajaa dhibbaatii fi lolttootaan'llee, «Hojjattoonni dooni'ii kunniin doonii irratti caldhisanii yoo hin taa'in, isin hafu'uuf hin dandeettan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos ammoo ajajaa dhibbaatii fi loltootaan, «Worri kun hoboloo guddittii irra yoo turuu dhabe, isin hafuu hin dandeettanu» jedhe.