Acts 27:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf loltooti wodaroo hoboloon diqqoon ittiin hidhante irraa kutanee abbaayaa guddittii irratti gad lakkisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani askartiini haada hobolo ira diqo suni kute, aka isiini buutu gadilakifte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii waraanaa haada hoboloo irra diqqoo sun kutee, akka hoboloon galaana keessa buutu gad lakkise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san loltoonni haada yabalatti'ii muranii akka kuftu gad dhiisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san loltoonni haada bidiru'uu muranii akka kuftu gad dhiisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf lolttoonni haada hoboloo lolttootaa qabe muraniiti, bishaan irra akka deemuuf gad dhiisanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf loltooti wodaroo hoboloon diqqoon ittiin hidhante irraa kutanee abbaayaa irratti gad lakkisane.