Acts 27:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos tana jedheen duuba, xaltaa ol fuudhee, isaan duudii duratti Waaqa galateeffatee, cassee, nyaatiisa jalqabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi inni akana jed'e, inni qit'a fuud'e, galata Waaqaa deebise, worra ch'ufa durati ch'abse nyaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos eegii akkaana jedhee, qixxaa fuudhee, warra cufaa duraatti galata Waaqaa galchee, qixxaallee cabsatee nyaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana jedhee buddeenallee fuudhee isaan maraa afo'otti Rabbiin galatoonfatee kutatee nyaatuu jalqabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana jedhee buddeenallee fuudhee isaan maraa afo'otti Rabbiin galatoonfatee kutatee nyaatuu jalqabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee eega jedheen duubatti buddeena ol fuudhee mara duratti Waaqa ni galateeffate, kutee'llee nyaachuu jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos tana jedheen duuba, xaltaa ol fuudhee, isaan duudii duratti Waaqa galateeffatee, cassee, nyaatiisa jalqabe.