Acts 27:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan duudiin jajjabaatanee, sagalee nyaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti garaa jabaate sagale nyaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii cuftii garaa jabaatee sagalee nyaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu jajjabaatanii ufumaa hurbaata fudhatanii nyaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maruu jajjabaatanii ufumaa hurbaata fudhatanii nyaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti'llee marrinuu jajabaataniiti, nyaata ni nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan duudiin jajjabaatanee, sagalee nyaatane.