Acts 27:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa latti bariite, worri hoboloo oofu latti eessa akka teete hin beenne; ammoo isaan maansa qarqara abbaayaa gudditti'ii dhagganee, yoo dande'ame hoboloo guddittii gara qarqara lafaa dhiibiisaaf barbaadane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariinaani worri lafa beekhu dad'abe, ammo fulla toko ta fulla dansa sila hoboloo d'abani fakaatu, arge hobolo arti d'aabu fed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii bariinaan warrii lafa beekuu dadhabee, ammoo fulaa takka ta silaa fulaa dansaa hoboloo dhaban fakkaattu argee, hoboloo arti dhaabuu fedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga lafti bariite huleen sun eessa akka taate hin beenne; Haa ta'uu ammo lafa lolaan seenu ka xindhachaa arganii garas dhiibu'uuf kutatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga lafti barite huleen sun eessa akka taate hin beenne, Haata'uu ammoo lafa lolaan seenu ka xindhachaa arganii garas dhiibu'uuf kutatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo bari'utti'llee bakka gayan hin beekinne ture, garuu lafa daangaa cirrachaa qabu ka garaa garba ciisaa keessa aseenu ni argan, waan danda'amu yoo ta'e doonii garas dhiibuun, gara daangaa baasuuf ni yaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa latti bariite, worri hoboloo oofu latti eessa akka teete hin beenne; ammoo isaan maansa qarqara abbaaya'aa dhagganee, yoo dande'ame hoboloo guddittii gara qarqara lafaa dhiibiisaaf barbaadane.