Acts 27:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra hidhamane keessaa tokkochille abbaayaa guddittii daakee akka hin milindhe, loltooti isaan duudii ijjeesiisaaf yaadatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartiini nama hid'aansa keesa jiru fit'u feete, aka worri bisaani daakhatte imbaqanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii hindhaansa keessa jiru tokkoolleen bisaan daakee akka hinbaqanee, warrii waraanaa nama cufaa fixu fedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni worra hidhaman keessaa tokkollee daakee akka isaan jalaa hin baane ajjeesu'uuf mari'atan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Loltoonni worra hidhaman keessaa tokkollee daakee akka isaan jalaa hin baane ajjeesu'uuf mari'atan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hidhamttoota keessa tokkomaan'llee daakee akka jalaa hin baaneef, lolttoonni isaan ajjeesuuf ni yaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hidhamane keessaa tokkolle abbaayaa daakee akka hin milindhe, loltooti isaan duudii ijjeesiisaaf yaadatane.