Acts 27:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba abbaayaa guddittii Qiliiqiya'aatii fi Phamfiliya'aa buuneen duuba, qachaa Miira'aa ka biyya Liiqiya'aa keessa jiru geenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi nu baariini d'awatu kilikiatifi Pamfilia dabarre, nu dira Likia toko ka Mira jed'ani d'umne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu Eegii baariin dhaattuu Qiliiqiyaa fi Phamfiliyaa dabarree, dira Liiqiiyaa tokko ka Miiraa jedhan dhumne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga galaana Kiliqiya'aa fi Phinfiliyaa bira jiru ceeneen maayessa gara muraa Luuqiyaa keessa jiruu geenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga Galaana Kiliqiya'aa fi Phiinfiliyaa bira jiru haga ceeneen maayessa gara muraa Luuqiyaa keessa jiruu geenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garba ciisaa Kiliiqiya'aa fi Phamfiliyaa jiru biraan dabrrinee eega ceeneen duubatti, gara magaalaa Mura'aa ka biyya Liiqiiyaa jirttu ni geenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba abbaayaa Qiliiqiya'aatii fi Phamfiliya'aa buuneen duuba, qachaa Miira'aa ka biyya Liiqiya'aa keessa jiru geenne.