Acts 27:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achitti ajajaan dhibbaa, hoboloo biyya Iskindiriya'aatii dhuttee, gara biyya Ixaaliya'aa dhaxxu dhaggee, nu yaabbachiise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti guddaani askarti hobolo toko ta Iskanderia, ta lafa Taliana deemtu arge nu yaabachiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Achiitti guddaan warra waraanaa hoboloo tokko ta Iskindriiyaa, ta lafa Ixaaliyaa deemtu argee nu yaabachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan loltuu dhibbaa markaba Iskindiriya'aa dhuftee gara Ixaaliya'aa deemtu argee isii nu yaabbise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ajajaan loltuu dhibbaa markaba Iskindiriya'aa dhuftee gara Ixaaliya'aa deemtu argeeti isii nu yaabbise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achitti'llee ajajaan dhibbaa gara Ixaaliya'aa ka deemu doonii Iskindriya'aa argateeti, isaan akka deeman ni taasfaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achitti ajajaan dhibbaa, hoboloo biyya Iskindiriya'aatii dhuttee, gara biyya Ixaaliya'aa dhaxxu dhaggee, nu yaabbachiise.