Acts 27:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti rakkoo guddo'oon cinaa abbaayaa gudditti'ii irra dabarree, gara addee “Buufata hobolo'oo miidhagaa” jedhamu, ka qachaa Lase'aatitti dhikaatu bira geenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaargalaani lafa suni d'awatu dedeemne, fulla toko ta Boqota Dansa jed'ani d'umne, ta d'awatu dira Lasea.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba adoo qota galaanaa irraa hinfagaatin, gaargala guddaan lafa sun dhaattuu yayaanee, fulaa tokko ta dira Lase'aa dhaattuu, “Boqota dansaa” jedhan dhumne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkinnaan qaccee irra lufnee gara qachaa michuu jedhamtuu ta qachaa Lalisiya'aatitti dhiyaattutti dhufne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rakkinnaan qaccee irra lufnee gara qachaa michuu jedhamtuu ta qachaa Lalisiya'aatitti dhiyaattutti dhufne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Rakkinna baay'een hunda lamaan eega dabrrneen duubatti, magaalaa Lasiyaa biratti ka argamtu gara «Eddoolaa mishaa» jedhamttuu ni geenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti rakkoo guddo'oon cinaa abbaaya'aa irra dabarree, gara addee «Buufata hobolo'oo miidhagaa» jedhamu, ka qachaa Lase'aatitti dhikaatu bira geenne.