Acts 27:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yaasuma keenna irratti guyyaan hedduun dabaree, yennaan laamaalle waan dabarteef, hobolo'oon deemuun rakkisaa waan te'eef, Phawuloos isaanitti gorsee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Armati guddo turre, yaasumi jajabaate, guyyaani afaani hid'atani nu dabre. Jennaani Pauloni worra gorse waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Armaatti guddoo turree, yaasumii jajabaatee, guyyaan afaan hidhatan nu dabre. Jennaan Phaawulos warra gorsee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa dheera'aan maayessa hennaan soomaa amma waan lufeeruuf markabaan deemuun waan nama sodaachisuuf,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa dheera'aan maayessa, hennaan soomaa amma waan lufeeruuf markabaan deemuun waan nama sodachiisuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deemssa keenna irratti yeroo baay'een baduu isaatii fi waayee yeroon soomaa'llee dabrruu isaatiin, yeroo kanatti garba ciisaa irra deemuun hammaataa waan tureef, Phaawulos akkana jechuun isaan ufi ni eeggachiise,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaasuma keenna irratti guyyaan hedduun dabaree, yennaan laamaalle waan dabarteef, hobolo'oon deemuun rakkisaa waan te'eef, Phawuloos isaanitti gorsee,