Acts 28:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti nageyaan lafa irra geenneen duuba, maqaan oddoola sanii Malaaxiyaa akka jedhamu beenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi nu bisaani keesaa nagayaani baane, aka maqaani lafa suni Melita d'ageenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu eegii nagaan bisaan keessaa baanee, akka maqaan lafa bisaan keessaa sun Malaaxiyaa dhageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga nagayaan geenneen maayii lafti sun gooba bisaaniin marfamte ta Malaaxiyaa jedhamtu akka taate beenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nagayaan haga geenneen maayii hennaa lafti sun gooba bisaaniin marfamte ta Malaaxiyaa jedhamtu akka taate beenne,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara lafaa nagayaan eega geenneen duubatti, eddoolaan irra geenne Malaaxiyaa ta'uu ni beekinne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti nageyaan lafa irra geenneen duuba, maqaan oddoola sanii Malaaxiyaa akka jedhamu beenne.