Acts 28:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ulfinna guddaa nu kennanee, yennaa nuuti hobolo'oon deemiisaaf kaane, waan kara'aaf nu barbaachisu mara nuu kennane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guddo wo nuu kenne, guyya nu kaanele worri waan nu feenu ch'ufa nuu kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii guddoo nu ulfeesse, guyyaa nu kaaneellee waan nu feenu cufaa nuu kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulfinna gudda'aan nu kabajjanii hennaa kaanellee waan nu barbaachisu maraa markaba irra nuu kaayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ulfinna gudda'aan nu kabajjanii hennaa kaanellee waan nu barbaachisu maraa markaba irra nuu kaayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee kennaa baay'ee nuuf ni fidan, kabaja isaanii'llee nuuf ni ibisan, dooniin deemuuf yeroo kaanetti'llee, waan nu barbaachisu maraa doonii irratti nuuf ni fe'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ulfinna guddaa nu kennanee, yennaa nuuti hobolo'oon deemiisaaf kaane, waan kara'aaf nu barbaachisu mara nuu kennane.