Acts 28:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achii hobolo'oon kaanee, qachaa Reegiyosii geenne. Boruyyaa bubbeen kibba irraa bubbittu waan kaateef, guyyaa lamatti gara qachaa Photiyolii dhunne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achi kaane dira Regio d'umne. Eegi guyya toko qilleensi gama bita d'ae, boriyya Petuoli d'umne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Achii kaanee dira Reegiyos dhumne. Boriyaa qilleensii gama bitaatii qilleensa'uu jalqamnaan, guyyaa lammeessootti dira Photiyoli jedhan dhumne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achii jijjiirannee gara Reegiyuumii geenne. Guyyaa tokkoon maayessa hennaa bubbeen bita'aa bubbifte guyyaa lammeesso'oo gara Putiyoluusii dhandhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achii jijjiirannee gara Reegiyumii geenne. Guyyaa tokkoon maayessa hennaa bubbeen bita'aa bubbifte guyyaa lammaffa'aa gara Putiyoluusii dhandhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achii'llee gara garba ciisaatiin naanofnnee gara magaalaa Reegiyum ni geenne, achitti'llee guyyaa tokko eega dabarsineen duubatti, bubbeen kibba waan bubbiseef guyyaa lammaffaa titti, gara magaalaa Putiyoluus ni deemnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achii hobolo'oon kaanee, qachaa Reegiyosii geenne. Boruyyaa bubbeen kibba irraa bubbittu waan kaateef, guyyaa lamatti gara qachaa Photiyolii dhunne.