Acts 28:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qachaa Rooma'aa yennaa geenne, Phawuloos lolticha isa eegu woliin qofi akka le'u eeyyamameef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi nu Rumi seenne, aka Pauloni mana ufi keesa tau, askarti isa eedu toko woliini, ee jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii nu dira Roomaa duune, Phaawulos akka ufumaan mana ufii keessa taa'ee, ammoo namii waraanaa isa eeguu, gadhiisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara Rooma'aa seenne Phaawuloos loltuu isa eegu woliin hojja ufii akka taa'u eeyyamameef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gara Rooma'aa seenne, Phaawuloos loltuu isa eegu woliin hojja isaa akka taa'u eeyyamameef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara Roomaa yeroo galletti, lolttuun Phaawulosiin eegu tokko kennameefii, kophaa isaa akka jiraatu ni eeyyamameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa Rooma'aa yennaa geenne, Phawuloos lolticha isa eegu woliin qofi akka le'u eeyyamameef.