Acts 28:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti ammoo yennaa waan kana mormane, Mootii Moototaatitti akka iyyadhu hunnaan godhame malee, kolbaa tiyya irratti himata hin qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yahudiini waan kana didde jennaani ani waan tahu d'abe. Kaisari dura na geesa jed'e. Taatule anini waan gosa tiyya himad'uufi inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Yihudii ammoo waan kana diddee jennaan ani waan ta'u dhabee, ‘Qiisaariyaa dura na geessaa’ jedhe. Taatuullee anin waan gosa tiyya himadhuuf hinqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonni ammo hennaa na morman gara Qeesaarii akka iyyadhu giddii natti ta'e malee, waan banii kiyya himadhu waan qabuufii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonni ammoo hennaa na morman gara Qeesaarii akka iyyadhu giddii natti ta'e malee, waan banii kiyya himadhu waan qabuufii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudonni garuu bilisaan gad dhiifamuu kiyya yeroo mormmanitti, gara nugusa Roomaa naa haa galu jechu'uuf ni dirqame, ta'u'llee waayee ummata kiyya ittiin himadhu hin qabu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti ammoo yennaa waan kana mormane, Mootii Moototaatitti akka iyyadhu hunnaan godhame malee, kolbaa tiyya irratti himata hin qabu.