Acts 28:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa gariin dubbii inni dubbate dhugeeffatane, worri kuun ammoo hin dhugeeffanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari waan inni dubbate d'ugefate, ammo ka gari d'ugefachu dide.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii waan innii dubbate dhugeeffatee, ka garii ammoo dhugeeffachuu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gariin waan inni dubbatetti amanan; gariin ammo hin amanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gariin waan inni dubbatetti amanan; gariin ammoo hin amanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokkoon tokkoon isaanii dubbii inni dubbate ni amanan, kuunniin garuu hin amanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa gariin dubbii inni dubbate dhugeeffatane, worri kuun ammoo hin dhugeeffanne.