Acts 28:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
‘Gara kolbaa tanaa dhaqiitii akkana jedhiin: Isin hin dhageettan hin dhageettan, ammoo hin hubattanu: Isin hin ilaaltan hin ilaaltan, ammoo hin dhaggitanu;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara gumi tana d'aqi waan jettuuni, Gurraani d'ageettani, ammo inhubattani; ilaani inuma argitani, ammo imid'aafattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Gara gumii tanaa dhaqii, gurraan indhageettan, ammoo hinhubattan; ilaan hinuma gartan, ammoo hin midhaaffattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Gara banii kanaa dhaqii akkana jedhiin, Dhagayuu inuma dhageettan, haa ta'uu ammo hin hubattan: Argiitiillee ima argitan; ammo hin guuttattan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Gara banii kana dhaaqiitii akkana jedhiin: Dhagayuu inuma dhageettan, haata'uu ammoo hin hubattan: Argiitiillee ima argitan, ammoo hin guuttattan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbiin dubbate'llee kana, gara ummata kanaa deemiitii, dhagayuu ni dhageettan, garuu hin hubattan, arguu'llee ni argitan, garuu hin onne'etti hin qabattan isaaniin jedhi,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Gara kolbaa tanaa dhaqiitii: Isin hin dhageettan hin dhageettan, ammoo hin hubattanu: Isin hin ilaaltan hin ilaaltan, ammoo hin dhaggitanu jedhiin.