Acts 28:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos tana dubbateen duuba, worri Yihudootaa guddoo wol moromaa isa biraa deemane.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni waan kana jennaani Yahudiini kaate yaate guddo wolmormite.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos waan kana jennaan, Yihudiin kaatee yaatee guddoo walmormite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni waan kana dubbate Yihuudonni ufumaa guddisanii wol morma'aa deeman.]
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa inni waan kana dubbate, Yihuudonni ufumaa guddisanii wol morma'aa deeman.]
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
[«Phaawulos'llee kana eega dubbateen duubatti, worri Yihudotaa haalaan isaan mormmaa, achii bayanii ni deeman.»]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos tana dubbateen duuba, worri Yihudootaa guddoo wol moromaa isa biraa deemane.]