Acts 28:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos woggaa lama duudii mana kireeffate keessa tee'ee, worra isa ilaaliisaaf dhufu duudii fudhate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni haga ganna lama mana inni kira iti baase keesa tae, nama gara isaa d'ufe ch'ufa teteesise hasaeeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos haga ganna lamaa mana ufumaa kiraa itti baasee keessa taa'ee, nama gara isaa dhufe cufaa keessummoomise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloos mana kireeffate keessa woggaa lama guutuu taa'ee worra gara isaa dhufan maraa simate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos mana kireeffate keessa woggaa lama guutuu taa'ee worra gara isaa dhufan maraa simate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos mana kireeffate keessa woggaa lamaaf ni taa'e, namoota gara isaa dhufan mara'llee ni simata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos woggaa lama duudii mana kireeffate keessa tee'ee, worra isa ilaaliisaaf dhufu duudii fudhate.