Acts 28:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni sodaa malee, namuu adoo isa hin dhooggin mootumaa Waaqaa lallabaa, marroo Goottaa Yesuus Kiristoosiille barsiise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan Finna Waaqa iti hasae, waan Aabbo Yeso Kristo soda male nama barsiise, nami tokoleeni isa ind'owarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Garaa jabeennaan, adoo namii tokkoolleen isa hindhowin, waan Mootummaa Waaqaa haasa'ee, waan Aabboo Yesus Kiristoollee barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee uduu isa hin dhooggine jeennata Rabbii hima'aa waan Gooftaa Yesuus Kiristoosii haalaan ibsee barsiisa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee uduu isa hin dhooggine jeennata Rabbii hima'aa waan Gooftaa Yesuus Kiristoosii haalaan ibsee barsiisa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mootummaa Waaqaa'llee lallabuun, waayee Gooftaa Yesus Kristosii eennu'llee uduu hin dhooginiin, ugiinssaan ni barsiisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sodaa malee, namuu adoo isa hin dhooggin mootummaa Waaqaa lallabaa, marroo Goottaa Yesuus Kiristoosiille barsiise.