Acts 28:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos ammoo, buutii ibidda irratti hargufee buusee, adoo hin miidhamin hafe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni bineensa kaani ibidati fit'ate ammo woma intaane.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos ammoo boofa kaan ibidaatti fixate; homaallee hintaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo bofa uf irraa gara ibiddaa gad hargufe; isiin ammo isa hin miine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo bofa gara ibiddaa ufirraa gad hargufee, isiin ammoo isa hin miine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos garuu bofa gara ibiddaa hargufee gateeti, miidhaan woyiituu uduu irra hin gayin ni hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos ammoo, buutii ibidda irratti hargufee buusee, adoo hin miidhamin hafe.