Acts 28:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni kun teeteen duuba, worri dhibiin oddoola sanii ka dhibamane duudiin, dhufanee fayyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana tolchinaani nami fayyad'aba qabu, ka lafa suni keesa jiru ch'ufti d'ufe fayye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii kunin taanaan, namii fayyadhaba qabu, ka lafa sun keessa jiru cuftii dhufee, Phaawulos isaan fayyise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa wonti kun ta'e, worri hafan akkasuma worri dhibee qabanillee gara gooba bisaaniin marfamte sanii dhufa'aa fayyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa wonti kun ta'e, worri hafan akkasuma worri dhibee qabanillee gara gooba bisaaniin marfamte sanii dhufa'aa fayyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eega kun ta'een duubatti, dhukkubsattoonni eddoolaa irra jiraatan kuunniin'llee, dhufanii ni fayyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun teeteen duuba, worri dhibiin oddoola sanii ka dhibamane duudiin, dhufanee fayyane.