Acts 3:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gaafa tokko Pheexroosii fi Yohaannis yennaa daadimataa saafoya saatii sagalitti, gara Galma Waaqaa deemane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko Petrofi Yohanani saatiini kad'achaa geennaani qit'e saa sagali Mana Waaqa woliini d'aqani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa tokkoo Phexrosii fi Yoh. aannis yo'ii kadhachaa geennaan qixxee saatii sagaliitti Mana Waaqaa waliin dhaxxe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosii fi Yohaannisillee hennaa Rabbiin kadhatan sa'aatii sagalitti gara mana woyyu'uu dhaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosii fi Yohaannisillee hennaa faate'ee sa'aatii sagalitti gara mana woyyu'uu dhaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa tokkoo Phexirosii fi Yohaannis yeroo kadhanna'aa guyyaa keessaa saa'aa sagalii titti, gara Mana Waaqeffanna'aa ni bayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko Pheexroosii fi Yohaannis yennaa daadimataa saafowa saatii sagalitti, gara Galma Waaqaa deemane.