Acts 3:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa namichi fayye sun Pheexroosii fi Yohaannis biraa hafuu dide, gumiin duudiin jajjee gara addee “Soroo Solomoonii” jedhantuu rukkitte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato namichi kaani Petrofi Yohana qabate olch'ech'eu, nami ch'ufti mame balbala Solomoni jed'aniti wolwoldae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo namichii kaan phexrosii fi Yoh. aannis qabatee olcecee'uu, namii cuftii mamee gara warraa ori'ee, balbala jalaan seenan ta Solomoon jedhaniitti walwalda'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi kadhatu ka fayye sun uduu inni Pheexroosii fi Yohaannisiin qabatee isaanitti maxxaneeru arganii, baniin maruu gara hulee isaan jiranii gara afoo «balbala Solomoon keessa deddeebi'uu» fiiga'aa dhufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu inni Pheexroosii fi Yohaannisiin qabateeru, baniin maruu maalalfata'aa, «Hulee balbala Salamoon keessa deddeebi'u» jedhamtutti ka gara isaanii figan argee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi fayye Phexirosii fi Yohaannisiin irraa hin fooyamu jechu'uun isaan qabee uduu jiru, namoonni maalalffatanii, gara xurree «Keessa dedeebi'ii Solomoon» jedhamuu fiiga'aa ni dhaqan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa namichi fayye sun Pheexroosii fi Yohaannis biraa hafuu dide, gumiin duudiin jajjee gara addee «Soroo Solomoonii» jedhantuu rukkitte.