Acts 3:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ammoo Yesuusii Woyyichaa fi balchichaa diddanee, ka nama ijjeese akka hiikamuuf kadhattane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qulqullofi dansa, ammo isa diddani Pilato kad'attani aka algala toko isani hiikhani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii nama qulqulloo; ammallee qajeelaa, isan ammoo isa dhiichaniitti akka nama harka dhiigaa tokko isanii hiikan Philaaxoos kadhattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin woyyichaa fi qajeelaa waakkattanii ka nama ajjeese akka gad isinii hiiku kadhattan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo woyyuu qajeelaa gantanii, ka nama ajjeese akka gad isinii dhiisu kadhattan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati Qulqullu'uu fi qulqullaawomaa ka ta'e, ‹hin barbaannuun› jettanii, lubbuu ajjeesaan tokko akka isiniif hiikkamu ni kadhattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo Yesuusii Woyyichaa fi balchichaa diddanee, ka nama ijjeese akka hiikamuuf gaafattane.