Acts 3:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ka jiruu kennu ijjeettane; Waaqi ammoo du'aa isa kaase. Nuuti waan kanaaf dhugaa baatota.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abba Jireenna ijeeftani. Ammo Waaqi duisa keesaa isa kaase, nu d'uga waan kanaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan abbaa Jireennaa ijjeeftan; Waaqii ammoo du'a keessaa isa kaase; nu dhugaa waan kanaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka mataa jireennaa ta'e hin ajjeeftan, isa ammo Rabbi du'aa kaase. Nu waan dubbii kanaatiif raga'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka mataa jireennaa ta'e hin ajjeeftan, isa ammoo Rabbi du'aa kaase. Nu waan dubbii kanaatiif raga'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jireenna kennaa ka ta'e ni ajjeefttaniin, Waaqinni garuu du'aa ni kaaseen, waayee kanaaf nu'u ragoota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ka jiruu kennu ijjeettane; Waaqi ammoo du'aa isa kaase. Nuuti waan kanaaf dhugaa baatota.