Acts 3:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namicha naafa te'e kanaaf hunna jabeennaa ka kenne hunna maqaa Yesuusii ti. Wonni isin dhaggitanuu fi beettanu maqaa Yesuusiitti dhugeeffatiisaan teete; akkuma isin duudiin dhaggitanu wonni isa fayyise, dhugeeffannaa inni Yesuusitti qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabeenna maqa isati namicha naafa kana fayyise. Waan isani argitani d'ageettani kana jabeenna maqa isaatiini tolchani. D'ugefacha inni Yeso d'ugefateti namicha kana isani durati fayyise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jabeenna maqaa isaatti namicha naafa kana fayyise. Waan isan argitanii dhageettan kana jabeenna maqaa isaatiin tolchani. Dhugeeffacha innii Yesusiitti dhugeeffateetti namicha kana isan duraatti guurii tarii dhowwee fayyise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi beettan ka argitan kun maqaa Yesuusiititti amanu'uun fayyee jabaate; waan maqaa Yesuusiititti amaneef isin maraa afo'otti fayyaa guutuu argate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maqaa isaatitti amanu'uun ka argitanii fi ka beettan maqaa isaa jabeessee dhaabe. Amantaa isatti amanu'uu kanatu afoo keessan maratti fayyaa guutuu kana isaa kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun ka argitanii fi naminni beekittan kun fayyee ka jabaate, amantii maqaa Yesusiitiin argameen, Maqaa Yesusii titti amanuu isaatiin'llee isin mara duratti fayyaa isaa guutuu argatee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namicha naafa te'e kanaaf hunna jabeennaa ka kenne hunna maqaa Yesuusii ti. Wonni isin dhaggitanuu fi beettanu maqaa Yesuusiititti dhugeeffatiisaan teete; akkuma isin duudiin dhaggitanu wonni isa fayyise, dhugeeffannaa inni Yesuusitti qabu.