Acts 3:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi bara heddu'uun dura Masiihiin akka rakkattu afaan raagota maraatiin ka dubbate, karaa kanaan akka muummottu godheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan duri afaani raagootatiini hime, aka Kristoni gaargalu male, akanaani guute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ammoo waan durii afaan raagoota cufaatiin hime, ta akka Kiristoon gaargaluu malee, akkanaan guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo akka rakkinni Kiristoosiin irra gayu afaan raattota maraatiin dursee waan dubbate akkasuma raawwate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi ammoo akka Kiristoosiin irra rakkinni gayu afaan raattota maraatiin dursee waan dubbate akkasuma raawwate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni garuu durssee afaan nabiyyoota maraatiin, ‹Masihichi rakkinna fudhachuu ni qaba› dubbiin jedhe, bifa kanaan akka raawwatuuf ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi bara heddu'uun dura Masiihiin akka rakkattu afaan raagota maraatiin ka dubbate, karaa kanaan akka muummottu godheera.