Acts 3:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre akka inni cubbuu teessan isiniif araaramu cubbuu irraa deebi'aatii, gara Waaqaa dacha'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi daba iraa deebia, Waaqaati fuula deefad'a, aka inni daba isani iraa d'iqu,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf cubbuu irraa deebi'aa, Waaqaatti dheedhaa, akka innii cubbuu isan iraa dhiqu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Gooftaa biraa guyyaan jajjabeennaa akka isinii dhuftuuf,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa Gooftaa biraa guyyaan jajjabeennaa akka isinii dhuftuuf, waan dura isinii file Kiristoos Yesuusiin akka isinii ergu akka cubbuun keessanillee isinii haqamu, aagii galaa'a deebi'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa cubbuu keessan akka isinii dhabamisiifamuuf, cubbuu keessan irraa gara Gooftaa deebi'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre akka inni cubbuu teessan isiniif araaramu cubbuu irraa deebi'aatii, gara Waaqaa dacha'a'a.