Acts 3:20 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa irralle'ee barri isin itti haareffantanu hin dhufa; Waaqi masiihii dursee isiniif file Yesuus isiniif hin erga.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jabeenni Lubbu Qulqullo Aabbo iraa d'ufa innileeni Yeso Kristo ka qara isanii fohate erga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jabeennii Hafuura Qulqulloo Aabboo irraa dhufa; inniilleen Yesus Kiristoo ka qaraa isanii foohate erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan dura isinii file Kiristoos Yesuusiin akka isinii ergu akka cubbuun keessanillee isinii haqamu aagii galaa'a; deebi'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa biraa'llee barri itti haareffamttan isiniif ni dhufa, Waaqinni durssee ka isiniif file, Masihicha Yesusiin isiniif ni erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa irralle'ee barri isin itti haareffantanu hin dhufa; Waaqi masiihii dursee isiniif file Yesuus isiniif hin erga.