Acts 3:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni haga yennaan waan duuchi'ii hareffamiisaa geettutti, akkuma Waaqi karaa raagota woyyootaatiin woggaa heddu'uun dura lallabe ol-gubba'atti turuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gubba tau male, haga waan ch'ufa hareesa tolchaniiti, akuma Waaqi afaani raagoota isaa qulqullotiini duri hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma Waaqii duruu afaan raagoota isaa qulqullootiin dubbatee, haga waan cufa haaromsaniitti, Innii gubbaa taa'uu malee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee dur irraa jalqabee afaan raattota woyyu'uutiin waan dubbate maraa haga bara wonti maruu haarawoomuutitti ol samii irra turuu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbillee duri irraa jalqabee afaan raattota woyyu'uutiin waan dubbate maraa haga bara wonti maruu haarawoomuutitti ol samii irra turuu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee sami'itti ka turu Waaqinni durssee afaan nabiyyoota isaa Qulqulluuwwantiin akkuma dubbatetti, biyyi lafaa marri haga haareffamutti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni haga yennaan waan duuchi'ii hareffamiisaa geettutti, akkuma Waaqi karaa raagota woyyootaatiin woggaa heddu'uun dura lallabe ol-gubba'atti turuu qaba.