Acts 3:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseen, ‘Goottaan Waaqi keessan akkuma amma ana kaase, kolbaa teessan keessaa raagaa tokko isiniif hin kaasa; waan inni isinitti himu mara dhage'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Musani waan jed'e, Aabbo Waaqi keesani raaga isani erga, akuma inni na erge, gosa teesani keesa. Waan inni isaniini jed'u ch'ufa ch'aqasu maltani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Muuseenuu, ‘Aabboo Waaqii keessan akkuma na erge, gosa teessan keessaa raaga isanii erga; waan innii isaniin jedhu cufaa caqasuu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen akkana jedheera, ‹Gooftaan Waandhi keessan raagaa akka kiyyaa isinii kenna; Waan inni isinitti himu maraa isa jalaa dhagayaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Muuseenillee, ‹Akka Waandhi Gooftaan abbootaaf na kaase raaga obboleeyyan keessan keessaa isinii kenna. Waan inni isinitti himu maraa dhagayaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Museen'llee akkana jedhee jira, ‹Gooftaan Waaqinni akkuma ana kaase akkuma kana obboleeyyan kiyya jiddu'uu'llee nabiyyii isiniif ni kaasa, inni waan isinitti himu maraa dhageeffadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen, ‹Goottaan Waaqi keessan akkuma amma na kaase, kolbaa teessan keessaa raagaa tokko isiniif hin kaasa; waan inni isinitti himu mara dhage'a'a.