Acts 3:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami ragicha san dhage'uu didu duudiin, kolbaa Waaqaa irraa adda bayee hin bada’ jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama waan raagi sunini jed'u inch'aqamne gumi Waaqa keesaa baasani balleesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama waan raagii sun jedhu hincaqamne gumii Waaqaa keessaa baasanii balleessani’ la jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni raaga san hin dhageenne maruu banii keessaa fooyamee haa baduu› jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni raaga san hin dhageenne martuu banii keessaa fooyamee bada› jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
nabiyyicha san ka hin dhageenne marrinuu ummata irraa fooyamee gonkumaa ni bada.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami raagicha san dhage'uu didu duudiin, kolbaa Waaqaa irraa adda bayee hin bada› jedheera.