Acts 3:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Waaqi karaa hamaa keessan irraa deebisee isin eebbisu'uuf, tajaajilaa ifii Yessuus filee dursee isiniif erge” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Waaqi isa fohate, Hojattu ufi qara isaniti erge, aka isani eebise kara keesani hama ira isani gorsu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Waaqii isa foohatee, hojjataa ufii qaraa isaniitti erge; akka isan eebbisee karaa keessan hamaa irraa isan gorsu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiniif dursee Rabbi ilma ufii kenneera. Gari garii keessan karaa hamaa irraa deebisee isin eebbisu'uuf isa isinii erge.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiniif dursee Rabbi ilma ufii kaaseera. Gari garii keessan karaa hamaa irraa deebisee akka isin eebbisu erge.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Waaqinni Ilma isaa ka erge jalqaba isiniif ture, kana'llee ka raawwate tokkoon tokkoon keessan karaa keessan hamaa irraa deebi'uun, akka isin eebbisuuf.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Waaqi karaa hamaa keessan irraa deebisee isin eebbisu'uuf, tajaajilaa ifii Yesuus filee dursee isiniif erge» jedhe.