Acts 3:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroosii fi Yohaannis isa hubatanee ilaalanee, Pheexroos “Ol jedhii nu ilaal” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petrofi Yohanani isa sonaani ilaalani waan jed'aniini, Nu ilaali!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexrosii fi Yoh. aannis ila itti qabanii laalanii jennaan Phexroos, “Nu laal!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ija isaa keessa guuttatanii laalanii Pheexroos, «Mee gara keenna as laali!» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee ija isaa keessa guuttatanii laalanii, Pheexroos, «Gara keenna laali!» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee namicha guttatanii laalaniiti Phexirosi, «Gara keenna laali!» ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroosii fi Yohaannis isa hubatanee ilaalanee, Pheexroos «Ol jedhii nu ilaal» jedheen.