Acts 3:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre inni isaan irraa waan wo dhaggatu seyee, hubatee isaan ilaale.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka woi ira argatu worra ilaale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan wa warra irraa argatu se'ee ila keessa laale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee waa isaan irraa fudhatu'uuf jedhee gara isaanii laale.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee waa isaan irraa fudhatu'uuf jedhee gara isaanii laale.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee arjooma waan kennaniif itti fakkaatee, guutatatee isaan ni laale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni isaan irraa waan wo dhaggatu seyee, hubatee isaan ilaale.