Acts 3:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo, “Ani beesee hin qabu; waan qabu ammoo si'iif hin kenna; maqaa Yesuus Kiristoosii Naaziretiitiin ka'ii ideemi” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni waan jed'eeni, Shilingifi worqi sii kennu inqabu, ammo waan qabu sii kenna: maqa Yeso Kristo ka Nazaretitiini kai deemi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros, “Birrii fi warqii sii kennu hinqabuu, ammoo waan qabu sii kennaa, maqaa Yesus Kiristoo Naazireetitiin ka'ii deem!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo, «Birri'ii fi Worqii hin qabu; waan qabu ammo sii kenna; maqaa Kiristoos Yesuusii Naazireeti'iitiin ka'ii deddeebi'i» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos ammoo, «Birri'ii fi Worqii hin qabu; waan qabu ammoo sii kenna, maqaa Kiristoos Yesuusii Naazireetitiin ka'ii deddeebi'i» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu, «Qarshi'ii fi worqqii hin qabu, waan qabu garuu siif ni kenna, maqaa Yesus Kristosii Naazireetiitiin ka'iitii tarkaanffadhu!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo, «Ani beesee hin qabu; waan qabu ammoo si'iif hin kenna; maqaa Yesuus Kiristoosii Naaziretiitiin ka'ii ideemi» jedhe.