Acts 3:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ol utaalee miilaa ifiitiin dhaabbatee, ideemiisa jalqabe; Galma Waaqaa keessa isaan woliin seenee, asii fi achi deemaa u'utaalaa Waaqa leellifate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni olch'ee ejate deeme. Jennaani worra woliini Mana Waaqa seene, olch'ech'ee Waaqa faarse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii olce'ee lafaatti ejjatee deemee jennaan, warra waliin Mana Waaqaa seenee, olcece'aa Waaqaa faarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ol ka'ee qajeelee dhaabate; deema'aa isaan woliin gara mana woyyu'uu seene; utaala'aa Rabbiin galatoonfate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Deddeema'aa utala'aa Rabbii bara baraa galatoonfata'aa isaan woliin gara mana woyyu'uu seene.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ol ka'ee'llee ni dhaabate, tarkaanffataa'llee isaan woliin gara Mana Waaqeffanna'aa ni aseene, tarkaanffata''aatii fi utaala'aa'llee, Waaqa ni galateeffata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ol utaalee miilaa ifiitiin dhaabbatee, ideemiisa jalqabe; Galma Waaqaa keessa isaan woliin seenee, asii fi achi deemaa u'utaalaa Waaqa leellifate.