Acts 4:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroosii fi Yohaannis adoo kolba'atti dubbatiisatti jiranuu hayyooti, dura buutoti eeddota Galma Waaqatii fi Saduqooti itti dhufane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Petrofi Yohanani taani gumiini hasaanu, qaalolefi namicha gudda Mana Waaqatiifi Sadukayoni worrati d'ufani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo phextrosii fi Yoh. aannis taanii gumiin haasa'anuu, qaallolee, namicha guddaa Mana Waaqaatii fi Saduqaawwan warraatti dhuftee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosii fi Yohaannis banii waan barsiisaniif du'aa ka'iitiin worra du'anii karaa Yesuusiitiin jedhanii waan lallabaniif bulchoonni gadootaa,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosii fi Yohaannis banii waan barsiisaniif, du'aa ka'iitiin worra du'anii karaa Yesuusiitiin jedhanii waan lallabaniif bulchoonni gadootaa, dura bu'oonni mana woyyu'uutii fi Saduqoonni aaranii isaan qaban. Hennaan sun waan dhiyeeruuf haga lafti bari'uuf isaan hidhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexirosii fi Yohaannis ummatatti dubbata'aa uduma jira, qeesonni fi itti gaafatamaan wordiyyoota Mana Waaqeffanna'aa, akkuma kana Saduuqoonni'llee gara isaanii dhufaniiti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroosii fi Yohaannis adoo kolba'atti dubbatiisatti jiranuu hayyooti, dura buutoti eeddota Galma Waaqaatii fi Saduqooti itti dhufane.