Acts 4:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni dhakaa isin worri mana ijaaru tuffattane, ka ammoo dhakaa dhakaa mara caalu ite'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni kuni sunuma ka t'aafiini waan isaa dubbatte waan jettu, D'akhaani isani ijartuuni tuffattani ya d'akha jaba tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesusiin kun sunuma; ka barreessiin waan isaa dubbattee, ‘Dhakaan isaniin ijartuu tuffattan ya dhakaa jabaa takka hinargin ta'e’ jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni kun dhagaa, isin worri mana dhaga'aa ijaartan tuffattan, dhagaa mataa utubaa manaa qajeelchu ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni kun dhagaa isin worri mana dhaga'aa ijaartan tuffattan, dhagaa mataa utubaa manaa qajeelchu ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin kaabddonni ka tuffataniinii fi gattaniin'llee dhagaan isa, garuu inni mataa cabssataa ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhakaa isin worri mana ijaaru tuffattane, ka ammoo dhakaa dhakaa mara caalu ite'e.