Acts 4:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo namichi fayye sun, Pheexroosii fi Yohaannis woliin dhaabbateeruun waan dhagganeef waan jedhanu dhabane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan dubbatani d'abani, maro namicha fayyisani kaani, ka Petrofi Yohana bira eju, arganifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo waan namicha fayyisan kaan, ka Phexrosii fi Yoh. aannis bira ejju, arganiif waan dubbatan dhaban.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namicha fayyellee akka isaan woliin dhaabateeru haga argan; waan isaaniin jedhan dhaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namicha fayyeellee isaan woliin akka dhaabateruu haga argan; waan isaaniin jedhan dhaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
namicha fayye'llee isaan woliin dhaabatee arguu isaaniitiin, isa irratti waan jedhan ni dhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo namichi fayye sun, Pheexroosii fi Yohaannis woliin dhaabbateeruun waan dhagganeef waan jedhanu dhabane.