Acts 4:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan akka Pheexroosii fi Yohaannis mana mura'aa keessaa gad bayanu ajajanee, achiin duuba woliin mari'atiisa jalqabanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi, Hasaa qamna, fulla korati yaa worraani jed'ani, wolmariatani waan woliini jed'ani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf warraan “kora keessaa yaa'aa” jedhanii ufii wali mari'atan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumii keessaa gara diidaa akka bayan isaan ajajanii,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumii keessaa gara diidaa akka bayan isaan ajajaniiti,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf bakka yaa'ii'ii irraa achi fageessaniiniiti, turtti'iin akkana jechu'uun ni mari'atan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan akka Pheexroosii fi Yohaannis mana mura'aa keessaa gad bayanu ajajanee, achiin duuba woliin mari'atiisa jalqabanee,