Acts 4:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Jara tana maan goona? Bilbaasi kun karaa isaaniitiin akka hujame namooti Yerusaalem keessa jiranu duudiin hin beekan, bilbaasi kun hin teene jennee hin dandeennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra kana maani tolchina? Nami Yerusalemu keesa jiru ch'ufti aka worri kuni waan mama kana tolche quba qaba, nu dandeenne imorminu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Warra kana maan tolchinna? Namii Yerusaalem keessa jiru cuftii akka warrii kun waan mamaa kana tolche quba qabaa, nu dandeennee hinmorminnuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namoota kanniin maal haa goonu? Maalaleen beekkamaa ta'e harka isaaniititti akka godhame Yerusaalemiin keessa worra jiraatan marattuu mudhateera; dhossuu hin dandeennu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Namoota kanniin maal haa goonuu? Maalaleen beekkama ta'e harka isaaniititti akka godhame Yeruusaalemiin keessa worra jiraatan marattuu mudhateera, dhossuu hin dandeennu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Eegaa namoota kanniin irratti maal haa raawwannu? Wonitti baasaa ol aanaan kun harka isaa titti taasfamuun isaa, jiraattota magaalaa Yerusaalemii mara birattuu beekkamee jira, kanaaf waakkachu'uuf hin dandeennu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Jara tana maan goona? Bilbaasi kun karaa isaaniitiin akka hujame namooti Yerusaalem keessa jiranu duudiin hin beekan, bilbaasi kun hin teene jennee hin dandeennu.