Acts 4:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo wonni kun akka hin babadhanne, maqaa Yesuusiitiin ijjumaa deebi'anee nama tokkolle'etti akka hin dubbanne, kowa'a isaan seerraa” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka nama ch'ufa waan kana d'agayu d'owarru, koota, worrati seera, aka guyya d'ibi maqa kanaani nama imbarsiimne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo akka wannii kun biyya keessa hinbaballannee, koottaa, akka deebi'anii maqaa kanaan nama tokkoollee hinbarsiimne jabeessinee warraatti seerraa” jedhanii walii galan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo banii keessatti guddisee akka hin babadhanne ammaa achi eennullee maqaa kanaan akka hin dubbanne isaanitti baanata'aa isaan haa seerruu» jedhanii woliin mari'atan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo banii keessatti guddisee akka hin babadhanne ammaa achi eennullee maqaa kanaan akka hin dubbanne isaanitti baanata'aa isaan haa seerruu jedhanii woliin mari'atan.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ummata biratti babaldhata'aa akka hin deemnneef, ammaa achitti maqaa Yesusii waamuun eennutti'llee akka hin dubbanneef, isaan ufi haa eeggachiifnnuu» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo wonni kun akka hin babadhanne, maqaa Yesuusiitiin ijjumaa deebi'anee nama tokkolle'etti akka hin dubbanne, kowa'a isaan seerraa» jedhane.