Acts 4:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan Pheexroosii fi Yohaannis ammalle gara keessaa deebisanee waamanee maqaa Yesuusiitiin ijjumaa akka hin dubbanne yookiin hin barsiinne itti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petrofi Yohana yaamani iti seeraani, aka maqa Yesotiini maro d'ibi nama imbarsiimne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexrosii fi Yoh. aannis yaamanii, akka maqaa Yesusiitiin yo dhibii hindubbanee fi nama hinbarsiimne itti seeraan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waamanii maqaa Yesuusiitiin horoma akka hin dubbannee fi akka hin barsiifne isaan seeran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan waamanii maqaa Yesuusiitiin horoma akka hin dubbanneef akka hin barsiifne isaan seeran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf duubatti isaan waamaniiti maqaa Yesusii waamu'uun gonkumaa akka hin dubbanneef yookiin akka hin barsiifnneef, ciminnaan isaan ni ajajan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan Pheexroosii fi Yohaannis ammalle gara keessaa deebisanee waamanee maqaa Yesuusiitiin ijjumaa akka hin dubbanne yookiin hin barsiinne itti himane.